LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/10 ful. 3
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2010
Tajaajila Mootummaa—2010
km 10/10 ful. 3

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Gaaffiin kanaa gad jiru, Mana barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii torban Onkoloolessa 25, 2010 jalqabutti kan irratti mari’atamudha. Ilaaltuun olaanaa mana barumsichaa, barreeffamoota gaaffii irra deebii torban Fulbaana 6 hanga Onkoloolessa 25, 2010 jalqaburratti hundaa’uudhaan daqiiqaa 20f irra deebicha geggeessa.

1. Seenaa Azaariyaa (Uziyaa) Mootichaarraa barumsa akkamii arganna? (2 Mot. 15:1-6) [w91 7/15 ful. 29-30]

2. Yotaam Mootiin Yihudaa waggaa 16 qofa mo’ee utuu jiruu, 2 Mootota 15:30⁠rratti “waggaa digdammaffaa isaatti’’ kan jedhame maaliifi? (2 Sen. 27:7, 8) [it-2 ful. 119 key. 5]

3. “Warri Samaariyaa” jedhaman eenyufa’i? (2 Mot 17:29) [it-2 ful. 847 key. 7]

4. Yihowaan kaayyoosaa galmaan ga’uuf akeeka “qopheesse” kan jedhame maaliifi? (2 Mot. 19:25) [w99 8/15 ful. 14 key. 3]

5. Mootonni Inni Lammaffaa 25:8, 25, 26 yeroon Yerusaalem waggaa torbaatamaaf itti ona taatu yoom akka jalqabu sirriitti kan ibsu akkamitti? [it-1 ful. 415 key. 6–ful. 416 key. 1-2; ful. 463 key. 4]

6. Saamu’el Inni Duraa 16:10, 11 Daawiti ilma Isey isa saddeettaffaa ta’uusaa, Izraanimmoo Daawiti ilma Isey isa torbaffaa ta’uusaa kan ibse maaliif? (1 Sen. 2:15) [w02 9/15 ful. 31]

7. Fakkeenya Giil’aadota durii fudhachuu kan dandeenyu akkamitti? (1 Sen. 5:10, 18-22) [w05 10/1 ful. 9 key. 7]

8. Lewwoota karra eegdota ta’anirraa barumsa akkamii arganna? (1 Sen. 9:26, 27) [w05 10/1 ful. 9 key. 8]

9. Israa’el durii keessatti faarfannaan hammam barbaachisaa ture? (1 Sen. 9:33) [it-2 ful. 452 key. 9]

10. Daawit 1 Seenaa 13:11⁠rratti dogoggorrisaa maal ture? [w05 10/1 ful. 11]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi