Torban Onkoloolessa 25 Jalqabu
TORBAN ONKOLOOLESSA 25 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
lv boq. 13 key. 16-26, saanduqa ful. 156
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Sen. 12-15
Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 8: Beeksisa. “Barreeffama Afaan Biyya Alaatiin Qophaa’e Hatattamaan Argachuu Barbaadduu?” Haasaadhaan kan dhihaatu.
Daq. 12: Tokkummaan Obboloota Addunyaa Maratti Argamanii Wajjin Qabnu Yihowaadhaaf Ulfina Fida. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu ful. 165 key. 2 hanga mataduree xiqqaa ful. 168rratti hundaa’ee haasaadhaan kan dhihaatu. Tokkummaafi jaalalli obbolummaa waliif qabnu dhugaa ba’uuf akkamitti akka gargaare muuxannoo barreeffamarraa argatan akka dubbatan dhaggeeffattoota tokko tokko gaafadhu.
Daq. 15: Fedhii Keessan Aarsaa Kan Gootan Ta’aa. (Luq. 9:23) Kitaaba Waggaa 2010, ful. 45 key. 1; ful. 56 key. 2fi ful. 58 key. 1 hanga ful. 59 key. 1rratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu. Tokkoon tokkoon muuxannoo sanarratti erga mari’attanii booda, dhaggeeffattoonni barumsa maalii akka irraa argatan yaada akka kennan gaafadhu.