LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/10 ful. 1
  • Torban Muddee 13 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Muddee 13 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 13 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 12/10 ful. 1

Torban Muddee 13 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 13 JALQABU

Faarfannaa 5

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 16 key. 1-8

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sen. 15-19

Lak. 1: 2 Sen. 15:8-19

Lak. 2: Waaqeffannaadhaaf Fakkiiwwanitti Fayyadamuun, Jireenya Keenya Gara Fuulduraarratti Dhiibbaa Maalii Geessisa? (rs ful. 187 key. 3-6)

Lak. 3: Ulfina Waaqeffannaa Yihowaatiif Qabnu Argisiisuu Kan Dandeenyu Akkamitti?

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 55

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 15: Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii 2011. Haasaa ilaaltuu mana barumsichaatiin dhihaatu. Sagantaa 2011 ilaalchisee qabxiiwwan naannoo keessaniif ta’an ibsi. Ga’ee gargaaraa gorsa kennaan qabu ibsi. Kutaa isaaniif kenname akka dhiheessan, ijoo dubbisa Macaafa Qulqulluurratti yaada akka kennaniifi yaadawwan kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaarratti kennaman hojiirra oolchuuf carraaqii akka godhan hundasaanii jajjabeessi.

Daq. 15: “Carraa Argattan Hundatti Itti Fayyadamaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yaanni tokko ykn lama hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 28

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi