Torban Muddee 20 Jalqabu
TORBAN MUDDEE 20 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
lv boq. 16 key. 9-14, saanduqa ful. 192-193
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 2 Sen. 20-24
Lak. 1: 2 Sen. 20:1-12
Lak. 2: Qooqa Qulqulluu Barachuufi Dubbachuun Maalfaa Dabalata? (Sef. 3:9, NW)
Lak. 3: Adaba Barbaachisaa Ta’eefi Karaa Garagaraa Kennamu (fy ful. 59-61 key. 20-3)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 15: Yaadawwan Tajaajila Mootummaarratti Ba’anitti Fayyadamuuf Yaalteettaa? Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Yaadawwan Tajaajila Mootummaa dhiheenya ba’an kana haasaadhaan dhiheessi: “Yeroo Jalqaba Deebitee Gaafattu, Qayyabannaan Akkamitti Akka Geggeeffamu Itti Argisiisteettaa?” fi “Warri Haaraan Akka Lallaban Leenjisuu Kan Dandeenyu Akkamitti?” (km 5/10); akkasumas “Karaa Alidilee Ta’een Dhugaa Ba’uu Ni Dandeessu!” (km 8/10). Dhaggeeffattoonni yaadawwan matadureewwan kanarra jiran akkamitti hojiirra akka oolchaniifi faayidaa akkamii akka argatan akka dubbatan afeeri.
Daq. 15: “Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Tajaajilan Leenjisaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni warrisaanii tajaajilaaf galma akka baafataniifi irraa jalaan galmawwansaaniirra akka ga’an karaawwan kamiin akka isaan gargaaran yaada akka kennan gaafadhu.