Torban Amajjii 3 Jalqabu
TORBAN AMAJJII 3 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 2 Sen. 29-32
Lak. 1: 2 Sen. 30:13-22
Lak. 2: Yesus Namuma Gaarii Qofa Turee? (rs ful. 211 key. 2)
Lak. 3: Namoonni Du’a Sodaachuudhaan Kan Garbooman Akkamitti? (Ibr. 2:15)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Fedha Yihowaa Raawwachuuf Addaan Baafamneerra. Haasaa kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu ful. 168, key. 2 hanga xumura boqonnaasaarratti hundaa’ee dhihaatu.
Daq. 10: Akkaataa Dubbii Uumamaa Keessanitti Fayyadamaa Lallabaa. Kitaaba Mana Barumsaa, ful. 128, key. 1 hanga ful. 129, key. 1rratti hundaa’ee mareedhaan dhihaatu. Babal’isaa kanaan dura ija laafessa ture tokkoof gaafannoo gabaabaa godhi. Sodaa tajaajilarratti isatti dhaga’amu akka hir’isu kan isa gargaare maalidha?