LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/11 ful. 3
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2011
Tajaajila Mootummaa—2011
km 2/11 ful. 3

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Gaaffileen kanaa gad jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii torban Guraandhala 28, 2011 jalqabutti kan irratti mariʼatamudha. Ilaaltuun olaanaa mana barumsichaa, barumsawwan torban Amajjii 3 jalqabee hanga Guraandhala 28, 2011⁠tti dhihaatanirratti hundaaʼee irra deebicha daqiiqaa 20f geggeessa.

1. Hisqiyaas yeroo bulchuu jalqabetti maal raawwate? Nutoo fakkeenyasaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti? (2 Sen. 29: 16-18) [w09 6/15 ful. 9 key. 13]

2. Yaanni 2 Seenaa 36:21⁠rra jiru raajii Ermiyaas 25:8-11⁠rra jiru kan mirkaneessu akkamitti? [w06 11/15 ful. 32 key. 1-4]

3. Yaanni Izraa 3:1-6⁠rra jiru, raajiin Caaffata Qulqullaaʼoo Yerusaalem waggaa 70f ona akka taatu dubbatu yeroosaatti akka raawwatame kan mirkaneessu akkamitti? [w06 1/15 ful. 19 key. 2]

4. Israaʼeloonni dubartoota biyya ormaa fuudhuunsaanii Izraa kan naasise maaliifi? (Iz. 9:1-3) [w06 1/15 ful. 20 key. 1]

5. Warri ‘gurguddoota’ jedhaman eenyu faʼi? Amalasaanii isa kamirraa fagaachuu qabna? (Nah. 3:5) [w06 2/1 ful. 10 key. 1; w86 2/15 ful. 25]

6. Nahimiiyaan inni Bulchaa ture, Kiristiyaanota ilaaltoota olaanaa taʼaniif fakkeenya gaarii kan taʼu akkamitti? (Nah. 5:14-19) [si ful. 90 key. 16]

7. Akkuma Israaʼeloota bara Nahimiiyaa, “mana Waaqayyo keenyaa” dagachuurraa of qusachuu kan dandeenyu akkamitti? (Nah. 10:32-39) [w98 10/15 ful. 21-22 key. 12]

8. Seenaa Nahimiiyaarratti xiinxaluun keenya gaaffiiwwan akkamii akka of gaafannu nu kakaasuu dandaʼa? (Nah. 13:31) [w96 9/15 ful. 17 key. 3]

9. Asteer Ahashweros Mootichaa wajjin saalqunnamtii raawwatee turtee? (As. 2:14-17) [w91 1/1 ful. 31 key. 6]

10. Mordekaayi, Haamaadhaaf gugguufee qoommaʼuu kan dide maaliif ture? (As. 3:2, 4) [it-2 ful. 431 key. 7]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi