LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/11 ful. 3
  • Sagantaa Torban Guraandhala 28 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Guraandhala 28 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN GURAANDHALA 28 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 2/11 ful. 3

Sagantaa Torban Guraandhala 28 Jalqabu

TORBAN GURAANDHALA 28 JALQABU

Faarfannaa 5 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

we ful. 16 key. 2 hanga ful. 17. key. 6 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: As. 1-5 (Daq. 10)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 45

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Karaa Nama Jajjabeeessuun Dubbadhaa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 202⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Babalʼisaan tokko yaada keyyata sadiirra jirurratti hundaaʼee barreeffama jiʼa ittaanutti raabsamu yeroo raabsu kan argisiisu hojiin argisiisni akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Caaffata Qulqullaaʼoo Guyyaa Guyyaan Qoruudhaan Faayidaa Argadhaa. Seensa buukileetii Caaffata Qulqullaaʼoo Guyyaa Guyyaan Qoruu—2011⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Hundisaanii caqasa guyyaa guyyaadhaaf kenname akka dubbisan jajabeessi. Dhaggeeffattoonni sagantaa caqasa guyyaa dubbisuuf baafataniifi kana gochuusaanitiin faayidaa argatan akka dubbatan gaafadhu. Caqasa waggaa 2011 gabaabsii irra deebiʼi. Mataduree “Kana Booda Caqasni Guyyaa Guyyaa Walgaʼii Tajaajila Dirreerratti Hin Dhihaatu” jedhurratti mariʼadhaa.

Daq. 10: Jiʼa Bitootessaatti Barruulee Raabsuuf Qophaaʼuu. Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Daqiiqaa tokko ykn lama gidduutii qabiyyee barruulee kanaa ibsi. Achiis mataduree lama ykn sadii filadhuutii, dhaggeeffattoonni gaaffiifi caqasa itti fayyadamuuf yaadan akka dubbatan afeeri. Barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 33 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi