LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/11 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2011
Tajaajila Mootummaa—2011
km 5/11 ful. 4

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Caamsaa: Barruulee; Waxabajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Adoolessaafi Hagayya: Birooshuroota. Birooshuroota armaan gadiitti fayyadamuun ni dandaʼama: Ee Buuk foor Ool Piippil, Dhuguma Waaqayyo Waaʼee Keenya Ni Yaadaa?, Bara Baraaf Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!, Dammaqinaan Eegaa!, Riil Feez—Yuur Kii tuu ee Haappii Laayif (Musiliimotaaf), Shuud Yuu Biiliiv in za Tiriiniitii?, Ekeraan Namoota Duʼanii Si Gargaaruu Yookiin Si Miidhu Dandaʼuu? Dhugumaanoo Jiruu?, Za Divaayin Neem Zaat Wiil Induur Fooreevar, Za Gavarnimanti Zaat Wiil Biriingi Paaraadaayiz, Za Rood too Eevarlaastiingi Laayif—Haav Yuu Faawondi Iit?, Wooz Laayif Kiriʼeetiid?, Waat Haappansi tuu Aas Ween Wii Daayi?, Waat Iz za Parpaz oov Laayif—Haawu Kaan Yuu Faayindi Iit?, Namni Jaallattan Yeroo Duʼu.

◼ Weebsaayitii jw.org jedhamurraa barreeffamoota afaan armaan gadiitiin qophaaʼan argachuun ni dandaʼama. Masaraa Eegumsaa fi Caaffata Qulqullaaʼoo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2011, Amaariffaafi Tigriffaan, akkasumas barruu Dammaqaa! Amaariffaa argachuun ni dandaʼama. Kana malees weebsaayitii watchtower.org jedhamurraammoo tiraaktii Dhugaasaa Beekuu Ni Barbaaddaa? jedhamu Amaariffaan, Tigriffaan, Afaan Oromootiin, Afaan Walaayittaafi Afaan Sidaamaatiin argachuun ni dandaʼama. Weebsaayitii kanarratti birooshura Jihovaas Wiitnesis jedhamu Tigriffaan; Waaqayyo Nurraa Maal Barbaada? Amaariffaan, Afaan Oromootiin, Tigriffaafi Afaan Walaayittaatiin argachuun ni dandaʼama. Dabalataanis, kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhamu Amaariffaan, Afaan Oromoofi Afaan Walaayittaatiin argachuun ni dandaʼama. Dhiheenyatti kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhu weebsaayitii kanarratti Tigriffaadhaanis ni arganna jennee abdanna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi