Sagantaa Torban Waxabajjii 6 Jalqabu
TORBAN WAXABAJJII 6 JALQABU
Faarfannaa 38 fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
sp ful. 27-29 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Far. 34-37 (Daq. 10)
Lakk. 1: Far. 35:1-18 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Fayyuuf Kan Barbaachisu Yesusitti Amanuu Qofadhaa?— rs ful. 217 key. 4 (Daq. 5)
Lakk. 3: Luqaas 12:13-15, 21rraa Maal Barachuu Dandeenya? (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Karaa Buʼa Qabeessa Taʼeen Barsiisuuf Gaaffiiwwanitti Fayyadami—Kutaa 2. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 237, keeyyata 3 hanga fuula 238, keeyyata 5rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Qabxii achirra jiru keessaa tokko ykn lama gabaabaadhumatti hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Maal Raawwanneerra? Ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiin mareedhaan kan dhihaatu. Wanta yeroo sanatti raawwatame erga caqastee booda, sochii tibba Ayyaana Yaadannootti godheef gumicha galateeffadhu. Dhaggeeffattoonni jiʼa Bitootessaa, Eblaafi Caamsaatti qajeelchaa gargaaraa taʼan muuxannoo argatan akka dubbatan afeeri.
Faarfannaa 52 fi Kadhannaa