LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/11 ful. 2
  • Sagantaa Adoolessa 18 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Adoolessa 18 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 18 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 7/11 ful. 2

Sagantaa Adoolessa 18 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 18 JALQABU

Faarfannaa 44 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

dg boq. 4 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Far. 74-78 (Daq. 10)

Lakk. 1: Far. 77:1-20 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Karaawwan Seexana Itti Mormuu Dandeenyu—Yaq. 4:7 (Daq. 5)

Lakk. 3: Ijoolleen Keessan Hiriyoota Gaarii Akka Filatan Gargaaraa—fy ful. 85-7 key. 19-23 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 1

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 15: Maal Baranna? Mareedhaan kan dhihaatu. Yohannis 4:3-24 dubbisuudhaan irratti mariʼadhaa. Tajaajilarratti fakkeenya Yesus hordofuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsi. Babalʼisaan tokko hojiin argisiisa karaa alidilee taʼeen yommuu dhugaa baʼu haala dhugumaan nu mudachuu dandaʼu argisiisu akka dhiheessu godhi.

Daq. 15: “Ijoolleen Keessan Qophaaʼaniiruu?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Qorumsawwan mana barumsaatti Kiristiyaanota mudatan tokko tokko akka dubbataniif warraafi ijoollee afeeri. Keeyyata 3⁠ffaarratti erga mariʼattanii booda, sagantaa shaakalaa abbaan akka barsiisaa taʼee, mucaanimmooo hojii daree ykn sochii sirrii hin taanerratti kan hin hirmaanne maaliif akka taʼe yommuu ibsu argisiisu hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 51 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi