Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Adoolessaafi Hagayya: Birooshuroota. Birooshuroota armaan gadiitti fayyadamuun ni dandaʼama: Ee Buuk foor Ool Piippil, Dhuguma Waaqayyo Waaʼee Keenya Ni Yaadaa?, Bara Baraaf Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!, Dammaqinaan Eegaa!, Riil Feez—Yuur Kii tuu ee Haappii Laayif (Musiliimotaaf), Shuud Yuu Biiliiv in za Tiriiniitii?, Ekeraan Namoota Duʼanii Si Gargaaruu Yookiin Si Miidhu Dandaʼuu? Dhugumaanoo Jiruu?, Za Divaayin Neem Zaat Wiil Induur Fooreevar, Za Gavarnimanti Zaat Wiil Biriingi Paaraadaayiz, Za Rood tuu Eevarlaastiingi Laayif—Haav Yuu Faawondi Iit?, Wooz Laayif Kiriʼeetiid?, Waat Haappansi tuu Aas Ween Wii Daayi?, Waat Iz za Parpaz oov Laayif—Haawu Kaan Yuu Faayindi Iit?, Namni Jaallattan Yeroo Duʼu; Fulbaana: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? Guyyuma jalqabaatti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa; Onkoloolessa: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Fedhii argisiisnaan tiraaktii Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? jedhamuu kennuudhaan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa.