Sagantaa Torban Hagayya 1 Jalqabu
TORBAN HAGAYYA 1 JALQABU
Faarfannaa 31 fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
dg boq. 5 key. 11-boq. 6 key. 7 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii
Dubbisa M.Q: Far. 87-91 (Daq. 10)
Lakk. 1: Far. 89:26-52 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Tajaajiltoonni Yihowaa Amanamoo Taʼan Gammadoo Kan Taʼan Maaliifi? (Daq. 5)
Lakk. 3: Bashannana Gaarii Maatiidhaaf Taʼu Filachuu—fy ful. 98-102 key. 19-27 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Beeksisa. Akkaataa dhiheenyaa fuula kanarra jirutti fayyadamuudhaan Sanbadduraa jalqabaa, jiʼa Hagayyaatti qayyabanna jalqabsiisuuf hojiin argisiisaan dhiheessi. Hundumtuu kanarratti hirmaannaa akka godhan jajjabeessi.
Daq. 15: Fakkeenyota Barsiisuuf Gargaaranitti Fayyadami. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 240-243rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni tajaajilarratti namootaa wajjin yommuu mariʼatan ykn nama tokko yommuu Macaafa Qulqulluu qayyabsiisan fakkeenyota barsiisuuf gargaaraniifi karaa buʼa qabeessa taʼeen itti fayyadaman yoo qabaatan gabaabsanii akka dubbatan afeeri.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Faarfannaa 54 fi Kadhannaa