LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/11 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2011
Tajaajila Mootummaa—2011
km 7/11 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Duulli addaa yeroo arfaffaadhaaf biyya keenyatti godhame jiʼa Bitootessaatti kan xumurame siʼa taʼu, ammas milkaaʼina arganneerra. Jiʼa kanatti lakkoofsi babalʼistootaa haaraan 9,095 gabaafameera. Lakkoofsi namoota Macaafa Qulqulluu qayyabatanii dhibbeentaa 6 dabaluudhaan 7,587 taʼuusaattis gammanneerra. Hundi keenya qayyabannaa Macaafa Qulqulluu geggeessuufi namoota dabalataa qayyabsiisuu ilaalchisee yaada nuu kennamerratti haa xiyyeeffannu!

Odeeffannoo kana yommuu qindeessinutti gabaasni jiʼa Eblaa kan nu hin geenye taʼus, jiʼa kanatti babalʼistoota keessaa walakkaadhaa ol kan taʼan qajeelchaa akka taʼaniifi hojiin Mootummicha labsuu balʼinaan hojjetamaa akka jiru sochii jalqabarratti godhamerraa hubachuun ni dandaʼama!

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi