LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/11 ful. 3
  • Sagantaa Torban Hagayya 22 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Hagayya 22 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN HAGAYYA 22 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 8/11 ful. 3

Sagantaa Torban Hagayya 22 Jalqabu

TORBAN HAGAYYA 22 JALQABU

Faarfannaa 54 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

dg boq. 7 key. 9-14 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Far. 106-109 (Daq. 10)

Lakk. 1: Far. 109:1-20 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Namni Tokko, “Yesus Fayyisaakee Akka Taʼe Ni Amantaa?” Yoo Jedhe Deebii Akkamii Kennuufii Dandeenya?—rs ful. 220 key. 4–ful. 221 key. 1 (Daq. 5)

Lakk. 3: Amala Gaarii Argisiisuudhaan Fakkeenya Yihowaafi Yesus Hordofaa (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 46

Daq. 10: Beeksisa. ‘Jaalalli Waaqayyoo Haa Taʼu.’ Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Kan beekamu taanaan guyyaa walgaʼii addaa dubbadhu.

Daq. 25: “Gara ‘Maqedooniyaatti Ceʼuu’ Ni Dandeessaa?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yoo jiraate babalʼisaa misiraachichaaf jecha biyya alaa dhaqeef gaafannoo godhi.

Faarfannaa 1 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi