LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/11 ful. 8
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2011
Tajaajila Mootummaa—2011
km 8/11 ful. 8

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Hagayya: Birooshuroota. Birooshuroota armaan gadiitti fayyadamuun ni dandaʼama: Ee Buuk foor Ool Piippil, Dhuguma Waaqayyo Waaʼee Keenya Ni Yaadaa?, Bara Baraaf Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!, Dammaqinaan Eegaa!, Riil Feez—Yuur Kii tuu ee Haappii Laayif (Musiliimotaaf), Shuud Yuu Biiliiv in za Tiriiniitii?, Ekeraan Namoota Duʼanii Si Gargaaruu Yookiin Si Miidhu Dandaʼuu? Dhugumaanoo Jiruu?, Za Divaayin Neem Zaat Wiil Induur Foorevar, Za Gavarnimanti Zaat Wiil Biriingi Paaraadaayiz, Za Rood tuu Eevarlaastiingi Laayif—Haawu Yuu Faawondi Iit?, Wooz Laayif Kiriʼeetiid?, Waat Haappansi tuu Aas Ween Wii Daayi?, Waat Iiz za Parpaz oov Laayif—Haawu Kaan Yuu Faayindi Iit?, Namni Jaallattan Yeroo Duʼu; Fulbaana: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? Guyyuma jalqabaatti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa; Onkoloolessa: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Fedhii argisiisnaan tiraaktii Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? jedhamuu kennuudhaan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa; Sadaasa: Macaafni Qulqulluun—Dhaamsisaa Maalidha? Birooshura kanaa wajjin ykn bakka birooshura kanaa birooshuroota jiʼa Adoolessaafi Hagayya 2011⁠tti raabsineefi fuula 32 qaban kamiyyuu raabsuu dandeessu.

◼ Sagantaawwan viidiyoo Jehoovaas Wiitinasis—Feez Iin Akshin, Paarti 1: Aawut Oov Daarkinas, akkasumas Za Wandarsi oov Kiriʼeeshinsi Riviil Goodsi Giloorii jedhaman Walgaʼii Tajaajilaa ittaanurratti mariʼanna. Barbaachisaa taanaan, karaa gumii keessanii daftanii ajajachuu dandeessu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi