LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/11 ful. 8
  • Sagantaa Torban Fulbaana 5 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Fulbaana 5 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN FULBAANA 5 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 8/11 ful. 8

Sagantaa Torban Fulbaana 5 Jalqabu

TORBAN FULBAANA 5 JALQABU

Faarfannaa 28 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

dg boq. 8 key.10-14 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Far. 119 (Daq. 10)

Lakk. 1: Far. 119:49-72 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Caaffanni Qulqullaaʼoon Yihowaa Akka Sodaannu Kan Nu Jajjabeessan Maaliifi?—Kes. 5:29 (Daq. 5)

Lakk. 3: Rakkina Wanta Ittiin Jiraatan Dhabuudhaan Maatiiwwan Abbaa Yookiin Haadhaan Qofa Bulan Muudatu—fy ful. 105-7 key. 9-12 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 12

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin Ergamootaa 5:17-42 akka dubbifamu godhi. Seenaan kun tajaajila keenyarratti nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe mariʼadhaa.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti fayyadamaa.

Daq. 10: Maatiidhaan Tajaajilaaf Qophaaʼuu. Gaafannoofi hojiin argisiisa. Hiriyoota gaaʼelaa ijoollee qabanii, Waaqeffannaa Maatiisaaniirratti tajaajilaaf qophaaʼuuf akkamitti akka itti fayyadaman gaafadhu. Hojiin argisiisa mataan maatii tokko, maatiisaa wajjin tajaajila Sanbadduraarratti hirmaachuuf yeroo qophaaʼan argisiisu akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 41 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi