LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/11 ful. 8
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2011
Tajaajila Mootummaa—2011
km 8/11 ful. 8

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Jiinii Eblaa sochii tajaajilaa keenya guddisuudhaan jiʼa Abbaa keenya jaallatamaa isa samii itti jajachaa turre waan taʼeef, baayʼee gammachiisaa ture! Jiʼa Eblaatti babalʼistoonni hedduun walgaʼii gurguddaarratti hirmaachaa kan turan taʼus, obboloonni parsantii 61 ol taʼan qajeelchaa taʼaniiru. Obboloota kana keessaa 3,900 kan taʼan qajeelchaa gargaaraa kan turan siʼa taʼu, kunis isa waggaa darbee harka lamaa ol ture. Hedduunsaanii yeroo jalqabaatiif qajeelchaa gargaaraa taʼuusaaniitti baayʼee gammadaniiru; warri kaanimmoo erga qajeelchaa taʼanii yeroo dheeraa booda itti deebiʼaniiru. Kana malees lakkoofsi babalʼistootaa guddaa haaraan 9,128, saʼaatii guddaa haaraan, barruuleen raabsamaniifi deddeebii gaaffii godhaman guddaa haaraan gabaafameera. Kanaaf, akka gaaritti dhugaa kan baʼame yommuu taʼu, namoonni fedhii qabaniifi amma ‘bishaan obaafamuu’ qaban baayʼeen argamaniiru.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi