LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/11 ful. 1
  • Sagantaa Torban Fulbaana 12 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Fulbaana 12 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN FULBAANA 12 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 9/11 ful. 1

Sagantaa Torban Fulbaana 12 Jalqabu

TORBAN FULBAANA 12 JALQABU

Faarfannaa 19 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

dg boq. 9 key. 1-11 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Far. 120-134 (Daq. 10)

Lakk. 1: Far. 124:1–126:6 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Namni tokko, “Yesus Fayyisaakoo Akka Taʼe Amanee Fudhadheera” Yoo Jedhe Deebii Akkamii Kennuufii Dandeenya?—rs ful. 221 key. 2 (Daq. 5)

Lakk. 3: ‘Ija Fayyaa’ Qabaachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?—Mat. 6:22, 23 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 24

Daq. 5: Beeksisa. Tajaajila Mootummaa, Hagayya 2011, fuula 8⁠rraa mataduree “Ijoo Gabaasa Tajaajilaa” jedhu dhiheessi. Gabaasa gaarii jiʼa Eblaatti godhamerratti hirmaannaa gaarii waan godhaniif gumicha galateeffadhu.

Daq. 10: Garaa Namootaa Tuquun Kan Dandaʼamu Akkamitti?—Kutaa 1. Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 258 hanga fuula 260, keeyyata 5⁠rratti hundaaʼee dhihaatu. Qabxiiwwan achirra jiran keessaa tokko ykn lama gabaabaatti hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Inni Kam Akka Biqilu Hin Beektan. (Lal. 11:6) Kitaaba Waggaa 2011, fuula 96, keeyyata 1-2, fuula 113, keeyyata 2, fuula  114, keeyyata 3⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa akkamii akka argatan gaafadhu.

Daq. 10: “Mirga Lallabuuf Qabduuf Bakka Guddaa Kenni.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 22 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi