LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/11 ful. 2
  • Sagantaa Torban Fulbaana 19 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Fulbaana 19 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN FULBAANA 19 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 9/11 ful. 2

Sagantaa Torban Fulbaana 19 Jalqabu

TORBAN FULBAANA 19 JALQABU

Faarfannaa 35 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

dg boq. 9 key. 12-20 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Far. 135-141 (Daq. 10)

Lakk. 1: Far. 137:1–138:8 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Wanta Phaawulos Roomaa 14:7-9⁠rratti Dubbaterraa Jajjabina Argachuu Kan Dandeenyu Akkamitti? (Daq. 5)

Lakk. 3: Maatii Abbaa Yookiin Haadhaan Bulu Keessatti Adaba Kennuu—fy ful. 107-10 key. 13-17 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 23

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Waggaa Darbe Maal Raawwanne? Haasaa ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiin dhihaatu. Wantoota gaggaarii raawwatamanirratti xiyyeeffachuudhaan, sochiiwwan gumichi waggaa darbe tajaajilarratti godhe kaasiitii galateeffadhu. Babalʼisaan tokko ykn lama muuxannoo nama jajjabeessuufi tajaajilarratti argatan akka dubbatan gaafadhu. Wanta gumichi waggaa dhufutti fooyyessuu qabu tokko ykn lama dubbadhu; achiis yaadawwan hojiirra ooluu dandaʼaniifi fooyyaʼiinsa kana gochuuf gargaaran kenni.

Daq. 10: Ibsuu Dandeessuu? Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuu, (Amaariffa) fuula 198, gaaffii 12-13⁠rratti hundaaʼee mareedhaan dhihaatu.

Daq. 10: “Yihowaan Hojii Kanaaf Nu Leenjisaa Jira.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 20 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi