LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/11 ful. 3
  • Sagantaa Torban Sadaasaa 28 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Sadaasaa 28 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN SADAASA 28 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 11/11 ful. 3

Sagantaa Torban Sadaasaa 28 Jalqabu

TORBAN SADAASA 28 JALQABU

Faarfannaa 26⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w08 1/1 ful. 22-24 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Wed. 1-8 (Daq. 10)

Lakk. 1: Wed. 1:1-17 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Raajiiwwan Israaʼel Deebitee Akka Ijaaramtu Dubbataman Yeroo Harʼaatti Eenyurratti Raawwatamaa Jiru?—rs ful. 225 key. 3–ful. 226 key. 2 (Daq. 5)

Lakk. 3: Warra Kaanirraa Kabaja Argachuu Kan Dandeenyu Akkamitti? (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 21

Daq. 10: Beeksisa. Akkaataa dhiheenyaa fuula 4⁠rra jirutti fayyadamuudhaan, hojiin argisiisni jiʼa Muddeetti Sanbadduraa jalqabaatti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuun akkamitti akka dandaʼamu argisiisuu akka dhihaatu godhi. Hundisaanii akka irratti hirmaatan jajjabeessi.

Daq. 15: “Amala Barsiisaa Gaarii Tokkoof Hunda Caalaa Barbaachisaa Taʼe.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Jaalalli barsiisaan Macaafa Qulqulluusaanii isaanitti argisiise, karaa hafuuraa guddachuuf akkamitti akka isaan gargaare akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri.

Daq. 10: Yaadawwan Jiʼa Muddeetti Barruulee Raabsuuf Gargaaran. Mareedhaan kan dhihaatu. Matadureewwan naannoo tajaajilaa keessaniif taʼan tokko tokko daqiiqaa tokkoo hanga lamaa gidduutti ibsi. Achiis, matadureewwan qola Masaraa Eegumsaa jalatti baʼan fayyadamuudhaan, dhaggeeffattoonni gaaffii fedhii namaa kakaasu akkamii gaafachuufi caqasa kam dubbisuu akka yaadan akka dubbatan afeeri. Matadureewwan qola Dammaqaa! jala jiranii wajjin haala wal qabateenis akkasuma erga gootee booda, yoo yeroon si gaʼe barruulee lamaan keessaa isa tokkorraa mataduree kan biraa tokkorrattis ibsa kenni. Barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 18⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi