LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/11 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2011
Tajaajila Mootummaa—2011
km 11/11 ful. 4

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Sadaasa: Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha? Dabalataan ykn bakka birooshura kanaa birooshura fuula-32 qabuufi jiʼa Adoolessaafi Hagayya 2011⁠tti raabsame kamiyyuu raabsuu dandeessu; Muddee: Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Dandaʼu Akkamitti? Yookiin maaticha keessa ijoolleen kan jiran yoo taʼe, kitaaba Kitaaba koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu jedhamu raabsaa; Amajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? Guyyuma jalqabaatti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Guraandhala: Gammachuu Maatii.

◼ Buusiin hojii addunyaa maraatiif godhamuufi kallattiidhaan waajjira dameetti ergamu, “Yeyihowa Misikiroch” jedhamee kaffalamuu qaba. Teessoon waajjira damee L.S.P. 5522, Addis Ababa, Itoophiyaadha.

◼ BARREEFFAMOOTA AMMAS NUU ERGAMAN: Amaariffa: Raajii Daaniʼel, Gammachuu Maatii, Jaalala Waaqayyoo, Dhaamsa Macaafa Qulqulluu; Afaan Chaayinaa: Kiriʼeeshin, Kiriʼeetar, Parpaz oov Laayif, T-15, T-19, T-27; Ingiliffa: Rood tuu Paaraadaayiz, T-24, T-71, T-72; Afaan Oromoo: Dhugaasaa Beekuu; Tigriffa: T-22; Afaan Walaayittaa: Dhaamsa Macaafa Qulqulluu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi