LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/11 ful. 4
  • Sagantaa Torban Muddee 5 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Muddee 5 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 5 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 11/11 ful. 4

Sagantaa Torban Muddee 5 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 5 JALQABU

Faarfannaa 29⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w08 1/1 ful. 25 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Isa. 1-5 (Daq. 10)

Lakk. 1: Isa. 3:16–4:6 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Miira Ariifannaa Keenya Eeggachuu Kan Qabnu Maaliifi? (Daq. 5)

Lakk. 3: Wantoota Dursi Kennamuufii Qabuuf Dursa Kennuudhaan Ijoolleen Dhibee Fayyaa Maatii Keessatti Uumame Akka Hubatan Gargaaruu—fy ful. 122-123, key. 14-18 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 12

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Namni Tokko Ayyaana Qillee Kan Hin Kabajne Maaliif Akka Taʼe Yoo Si Gaafate. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu fuula 176, keeyyata 2 hanga fuula 179, keeyyata 3⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni gabaabaan tokko akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Tajaajilaaf Qophaaʼi. Maree gaaffiiwwan armaan gadiirratti hundaaʼee godhamu. (1) (a) Tajaajila manaa gara manaatiif, (b) deddeebii gaaffii gochuuf, akkasumas (c) karaa alidilee taʼeen lallabuuf kan qophooftu akkamitti? (2) Yeroo qayyabannaa Macaafa Qulqulluu geggeessinu hundumaatti qophaaʼuu kan qabnu maaliifi? (3) Namni Macaafa Qulqulluu qayyabsiistu akka qophaaʼu gargaaruuf maal goota? (4) Qophii gochuun tajaajilatti caalaatti akka gammaddu kan si gargaaru akkamitti? (5) Tajaajilaaf yommuu qophoofnu Yihowaan kan gammadu maaliifi?

Faarfannaa 10⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi