Sagantaa Torban Muddee 19 Jalqabu
TORBAN MUDDEE 19 JALQABU
Faarfannaa 43 fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w08 1/15 ful. 17, key. 1–ful. 19, key. 4 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Isa. 11-16 (Daq. 10)
Lakk. 1: Isa. 13:1-16 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Nuyi Amantiidhaan Malee, Waan Hundumaa Ijaan Arguudhaan Kan Hin Jiraanne Maaliifi?—2 Qor. 5:7 (Daq. 5)
Lakk. 3: Ilaalcha Yaalii Fayyaatiif Qabaachuu Qabnu—fy ful. 124-127 key. 19-23 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Beeksisa. Barreeffama jiʼa Amajjiitti raabsamu erga ibsitee booda hojiin argisiisni tokko akka dhihaatu godhi.
Daq. 15: Yeroo Rakkisaa Taʼettis Lallabi. (2 Xim. 4:2, NW) Kitaaba Waggaa 2011, fuula 121 hanga fuula 122, keeyyata 4, fi fuula 226rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa maalii akka argatan ilaalchisee yaada akka kennan gaafadhu.
Daq. 10: “Saanduqa Gaaffii.” Ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiin mareedhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 47 fi Kadhannaa