LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/11 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2011
Tajaajila Mootummaa—2011
km 12/11 ful. 4

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Muddee: Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Dandaʼu Akkamitti? Yookiin maaticha keessa ijoolleen kan jiran yoo taʼe, kitaaba Kitaaba koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu jedhamu raabsaa. Amajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? Guyyuma jalqabaatti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Guraandhala: Gammachuu Maatii. Bitootessa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? Guyyuma jalqabaatti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa.

◼ Ayyaanni Yaadannoo 2013 Kibxata, Bitootessa 26⁠rra oola.

◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Leenjii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasiirratti Kennamurraa Fayyadami afaan Oromootiin; Jaalala Waaqayyoo afaan Sidaamaatiin; Gaaffiiwwan Dargaggootaa—Jildii 1 Ingiliffaan: birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamu Amaariffa, Arabiffa, Ingiliffa, Afaan Faransaayi, Afaan Oromoo, Afaan Sidaamaa, Afaan Sumaalee, Tigriffaafi Afaan Walaayittaatiin; birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhamu Amaariffa, Arabiffa, Afaan Chaayinaa, Ingiliffa, Afaan Faransaayi, Afaan Oromoo, Afaan Sidaamaa, Afaan Sumaalee, Tigriffaafi Afaan Walaayittaatiin; Caaffata Qulqullaaʼoo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2012 Amaariffa, Ingiliffa, Afaan Faransaayi, Afaan Oromoofi Tigriffaan; Indeeksii 2001-2010 Ingiliffaan; Kaalaandarii 2012 Ingiliffaafi Afaan Faransaayiin.

◼ BARREEFFAMOOTA AMMAS NUU ERGAMAN: Amaariffa: Barumsa Macaafa Qulqulluu, Barsiisaa Guddicha, Nama Namoota Hanga Harʼaatti Jiraatan Hunda Caalu, Maqaa Waaqayyoo. Afaan Chaayinaa: Daandii Gara Nagaafi Gammachuutti Geessu. Ingiliffa: Guud Niiwus foor Piippilsi oov Ool Neeshins, Tiraaktii Lakk. 23. Afaan Nuweer: Barumsa Macaafa Qulqulluu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi