LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/12 ful. 1
  • Sagantaa Torban Amajjii 9 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Amajjii 9 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN AMAJJII 9 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 1/12 ful. 1

Sagantaa Torban Amajjii 9 Jalqabu

TORBAN AMAJJII 9 JALQABU

Faarfannaa 53⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

wp08 2/1 ful. 14, key. 1–ful. 15, key. 3 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Isa. 29-33 (Daq. 10)

Lakk. 1: Isa. 30:15-26 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Haati Manaa Kiristiyaana Taate Tokko, Maatii Qoqqoodame Keessatti Nagaa Buusuu Kan Dandeessu Akkamitti?—fy ful. 128-132, key. 1-9 (Daq. 5)

Lakk. 3: Ilmaan Namootaa Cubbamoo Taʼan Maqaan Yihowaa Qulqulluu Taʼee Akka Eegamu Gochuu Kan Dandaʼan Akkamitti?—Mat. 6:9 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 29

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Namoota Afaan Kan Biraa Dubbataniif Lallabaa. Buukleettii Misiraachoo Saba Hundaaf Taʼu jedhamu fuula 2⁠rratti hundaaʼee haasaadhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni buukleetichatti akkamitti fayyadamuun akka dandaʼamu argisiisu tokko akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Ragaa Macaafni Qulqulluun Geggeessaa Hafuura Qulqulluutiin Barreeffamuusaa Argisiisu. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu fuula 60, keeyyata 3 hanga fuula 64, keeyyata 3⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.

Daq. 10: “Akeekkadhaa Abootaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 2⁠rratti yeroo mariʼattan, naannoo tajaajilaa keessanitti namoonni guyyaa keessatti saʼaatii addaddaatti ykn torban keessaa guyyaa addaddaatti eessatti akka argaman ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiif gaafannoo gabaabaa godhi.

Faarfannaa 48⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi