Sagantaa Torban Bitootessa 12 Jalqabu
TORBAN BITOOTESSA 12 JALQABU
Faarfannaa 40fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w08 6/15 ful. 4 key. 6-ful. 6 key. 2 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q: Er. 5-7 (Daq. 10)
Lakk. 1: Er. 5:15-25 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Rakkoo Abbaa Buddeenaa Yookiin Haadha Buddeenaa Taʼuun Qabu—fy ful. 136-139, key. 20-25 (Daq. 5)
Lakk. 3: Yihowaan Sabasaa Balaa Hafuuraarraa Kan Eegu Akkamitti? (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Dandeettii Ittiin Barsiistu Guddifadhu—Kutaa 2. Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 57, keeyyata 3, hanga mataduree xiqqaa fuula 59rratti hundaaʼee dhihaatu.
Daq. 10: Yeroo Hunda Aarsaa Galataa Waaqayyoof Dhiheessaa. (Ibr. 13:15) Kitaaba Waggaa 2011 fuula 59, keeyyata 1-2fi fuula 70, keeyyata 7rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa maalii akka argatan ilaalchisee yaada akka kennan gaafadhu.
Daq. 10: “Kanas Seenaa Kootiif Godhadhaa!” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yeroofi bakka Ayyaanni Yaadannoo itti kabajamu gumichaaf ibsi.
Faarfannaa 5fi Kadhannaa