LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/12 ful. 10
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2012
Tajaajila Mootummaa—2012
km 4/12 ful. 10

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Eblaafi Caamsaa: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Fedhii argisiisnaan tiraaktii Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? jedhamu kennuudhaan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Waxabajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? Guyyaa jalqaba namoota haasofsiistanitti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Adoolessa: Birooshuroota. Wooz Laayif Kiriʼeetid?, Dhuguma Waaqayyo Waaʼee Keenya Ni Yaadaa?, Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!, Dammaqinaan Eegaa!, Shuud Yuu Biiliiv in za Tiriiniitii?, Za Divaayin Neem Zaat Wiil Induur Fooreevar, Waat Haappansi tuu Aas Ween Wii Daayi, Waat Iz za Parpaz oov Laayif—Haawu Kaan Yuu Faayindi Iit?, Namni Jaallattan Yeroo Duʼu, Ekeraan Namoota Duʼanii Si Gargaaruu Yookiin Si Miidhu Dandaʼuu? Dhugumaanoo Jiruu?, Riil Feez—Yuur Kii tuu ee Happii Laayif (Musiliimotaaf), Daandii Jireenya Barabaraatti Geessu—Argatteettaa? Deddeebii gaaffii yeroo gootan, kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhamu ykn akka fedhii namichaatti birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhaman keessaa isa tokkotti fayyadamuudhaan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa.

◼ Gumiiwwan walgaʼii koonyaa gochuuf torban tokko yommuu isaan hafu, Walgaʼii Tajaajilaa torban sana godhamurratti sirreeffama gochuudhaan gorsawwaniifi yaadachiisawwan walgaʼii koonyaa ilaalchisee kennamanirratti mariʼachuu dandaʼu. Walgaʼiin koonyaa erga godhamee jiʼa tokko ykn lama booda, tarii sagantaa akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa jedhurratti, babalʼistoonni yaadawwan walgaʼicharratti dhihaataniifi tajaajilasaaniitiif gaarii taʼee argatan akka irra deebiʼan qophii godhaa.

◼ Yeroo kamiyyuu, biyya garabiraa deemuuf yommuu karoorfattan, walgaʼii koonyaa biyyichatti godhamurratti argamuuf, Weeb saayitii keenya isa jw.org jedhurraa jecha “Lookup” jedhu banuudhaan mataduree “Conventions” jedhurraa odeeffannoo isin gargaaru argachuu dandeessu.

◼ BARREEFFAMA HAARAA NU HARKATTI ARGAMU: Afaan Ingiliffaafi Fireenchiitiin Wochtaawar Laayibirarii 2011.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi