Sagantaa Torban Caamsaa 7 Jalqabu
TORBAN CAAMSAA 7 JALQABU
Faarfannaa 6fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
wp08 7/1 ful. 22 key. 3-ful. 23 key. 1 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Er. 35-38 (Daq. 10)
Lakk. 1: Er. 36:14-26 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Miseensa Maatii Araada Dhugaatii Alkoolii Qabu Gargaaruu— fy ful. 143-147, key. 5-13 (Daq. 5)
Lakk. 3: Wanti Namoonni Raawwatan Miira Waaqayyoorratti Jijjiirama Fidaa?—Abo. 2:11-18 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 20: Itti Fayyadamuuf Yaaltaniittuu? Mareedhaan kan dhihaatu. Matadureewwan Tajaajila Mootummaa dhiheenya baʼan kana haasaadhaan gabaabsii dhiheessi: “Dhugaa Baʼuurraa Duubatti Hin Jedhin” (km 10/11), “Akeekkadhaa Abootaa,” akkasumas “‘Nama Hundumaaf’ Lallabaa” (km 1/12). Dhaggeeffattoonni yaadawwan matadureewwan kanarratti baʼan hojiirra oolchuuf yaalii kan godhan akkamitti akka taʼeefi faayidaa akkamii akka argatan yaada akka kennan gaafadhu.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Faarfannaa 14fi Kadhannaa