LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/12 ful. 10
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2012
Tajaajila Mootummaa—2012
km 4/12 ful. 10

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Dhuma jiʼa Muddeetti lakkoofsa babalʼistootaa haaraa (9,250) fi qajeelchitootaa (1,592) arganneerra. Yeroo ammaatti babalʼistoota shan keessaa tokko qajeelchaa ykn qajeelchaa addaa akka taʼan beekuun keenya baayʼee nu gammachiisa. Kana malees, baayʼeen keessan jiʼa Bitootessaatti qajeelchaa gargaaraa taʼuudhaan gammachuu akka argattan hin shakkisiisu. Kunis hojiin Mootummichaa ija akka godhatuufi Yihowaan ulfina akka argatu godheera! Gara fuulduraattimmoo, duula addaa naannoo tajaajilaa keenyarratti hojjetamuufi Ayyaana Yaadannoo wajjin haala wal qabateen sochii godhamuun buʼaa argamu arguuf hawwii guddaadhaan eegna. Carraaqqii addaa yommuu gootan kanatti namoota fedhii argisiisan sirriitti hordoftanii akka gargaartan isin jajjabeessina.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi