Sagantaa Torban Caamsaa 14 Jalqabu
TORBAN CAAMSAA 14 JALQABU
Faarfannaa 33fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
wp08 7/1 ful. 23 key. 2-ful. 24 key. 6 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Er. 39-43 (Daq. 10)
Lakk. 1: Er. 40:1-10 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Ilmaan Namootaa Boqonnaa Waaqayyootti Galuu Ni Dandaʼuu?—Ibr. 4:10, 11 (Daq. 5)
Lakk. 3: Mootummaan Waaqayyoo Qajeelummaafi Haqni Akka Babalʼatu Godha—rs ful. 230, key. 5-7 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 15: Kanaan Namoonni Hundinuu Akka Isin Bartoota Koo Taatan In Beeku. (Yoh. 13:35) Kitaaba Waggaa 2012, fuula 217, keeyyata 3 hanga fuula 221, keeyyata 1, akkasumas fuula 221, keeyyata 3rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa maalii akka argatan ilaalchisee yaada akka kennan gaafadhu.
Daq. 15: “Tajaajilarratti Yeroo Hirmaattan Of Eeggannoo Godhaa.” Ilaaltuun olaanaa tajaajilaa gaaffiifi deebiidhaan dhiheessa. Gumiin keessan barumsicha naannoo tajaajilaa keessanitti akkamitti hojiirra oolchuu akka dandaʼu ibsi.
Faarfannaa 14fi Kadhannaa