Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Caamsaa: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Fedhii argisiisnaan tiraaktii Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? jedhamu kennuudhaan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Waxabajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? Guyyaa jalqaba namoota haasofsiistanitti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Adoolessaafi Hagayya: Birooshuroota. Wooz Laayif Kiriʼeetid?, Dhuguma Waaqayyo Waaʼee Keenya Ni Yaadaa?, Barabaraaf Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!, Dammaqinaan Eegaa!, Shuud Yuu Biiliiv in za Tiriiniitii?, Za Divaayin Neem Zaat Wiil Induur Fooreevar, Waat Haappansi tuu Aas Ween Wii Daayi, Waat Iz za Parpaz oov Laayif—Haawu Kaan Yuu Faayindi Iit?, Namni Jaallattan Yeroo Duʼu, Ekeraan Namoota Duʼanii Si Gargaaruu Yookiin Si Miidhu Dandaʼuu? Dhugumaanoo Jiruu?, Riil Feez—Yuur Kii tuu ee Happii Laayif (Musiliimotaaf), Daandii Jireenya Barabaraatti Geessu—Argatteettaa? Deddeebii gaaffii yeroo gootan, kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhamu ykn akka fedhii namichaatti birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhaman keessaa isa tokkotti fayyadamuudhaan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa.