Sagantaa Torban Waxabajjii 4 Jalqabu
TORBAN WAXABAJJII 4 JALQABU
Faarfannaa 45fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
wp08 7/1 ful. 30-31 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Er. 51-52 (Daq. 10)
Lakk. 1: Er. 52:17-27 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Gargar Baʼuun Furmaata Taʼaa?—fy ful. 150-152, key. 23-6 (Daq. 5)
Lakk. 3: Ilmaan Namootaa “Golgaa” Yihowaa Keessa Jiraachuu Kan Dandaʼan Akkamitti?—Far. 91:1, 2, 9 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Garaa Namootaa Tuquun Kan Dandaʼamu Akkamitti?—Kutaa 2. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 261, keeyyata 1 hanga dhuma fuula 262rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Yaadawwan Jiʼa Waxabajjiitti Barruulee Raabsuuf Gargaaran. Mareedhaan kan dhihaatu. Matadureewwan naannoo tajaajila keessaniif taʼan tokko tokko daqiiqaa tokkoo hanga lamaa gidduutti ibsi. Achiis, matadureewwan qola Masaraa Eegumsaa jalatti baʼanitti fayyadamuudhaan, dhaggeeffattoonni gaaffii fedhii namaa kakaasu akkamii gaafachuufi caqasa kam dubbisuu akka yaadan akka dubbatan afeeri. Matadureewwan qola Dammaqaa! jala jiranii wajjin haala wal qabateenis akkasuma erga gootee booda, yoo yeroon si gaʼe barruulee lamaan keessaa isa tokkorraa mataduree kan biraa tokkorrattis ibsa kenni. Barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.
Faarfannaa 29fi Kadhannaa