LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/12 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2012
Tajaajila Mootummaa—2012
km 6/12 ful. 4

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Waxabajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? Guyyaa jalqaba namoota haasofsiistanitti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Adoolessaafi Hagayya: Birooshuroota. Dhaamsi Macaafa Qulqulluu Maalidha?; Michuu Waaqayyoo Taʼuu Dandeessa! Deddeebii gaaffii yeroo gootan, kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhamu ykn akka fedhii namichaatti birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhaman keessaa isa tokkotti fayyadamuudhaan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Fulbaana: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Deddeebii gaaffii yeroo gootan, kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhamu ykn akka fedhii namichaatti birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhaman keessaa isa tokkotti fayyadamuudhaan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa.

◼ Viidiyoon Waldaa Obboloota Keenya Addunyaa Maraa jedhamu Walgaʼii Tajaajilaa yeroo ittaanu godhamutti irratti mariʼatama. Barbaachisaa yoo taʼe, karaa gumii keessanii daftanii ajajachuu qabdu.

◼ BARREEFFAMA HAARAA MANA KUUSAA KEENYA KEESSA JIRU: Amaariffa: Jehovaas Wiitinasis—Huu Aar Zey? Waat Duu Zey Biliiv? (Birooshura fuula-32); Sidaamaa: Daandii Jireenya Barabaraatti Geessu—Argatteettaa?

◼ Gumiiwwan ajaja barreeffamoota waggaatti ajajamanii, Adoolessa 1, 2012 dura waajjira damee akka gaʼuuf ammumaa ajajuu jalqabuu qabu. Kunis barreeffamoota armaan gadii dabalata: Kaalaandarii 2013, buukleetii Caaffata Qulqullaaʼoo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2013, Kitaaba Waggaa 2013, Jildiiwwan Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! 2012, Waachtaawar Laayibirarii 2012, Indeeksii waggaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi