LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/12 ful. 4
  • Sagantaa Torban Adoolessa 2 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Adoolessa 2 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 2 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 6/12 ful. 4

Sagantaa Torban Adoolessa 2 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 2 JALQABU

Faarfannaa 43⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w08 9/15 ful. 13 key. 3–ful. 15 key. 3 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: His. 6-10 (Daq. 10)

Lakk. 1: His. 7:14-27 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Yonaataan Gad Of Deebisuudhaan Fakkeenya Gaarii Kan Ture Akkamitti?—1 Sam. 23:16-18 (Daq. 5)

Lakk. 3: Mootummaan Waaqayyoo Lafti Jannata Akka Taatu Godha—rs ful. 232, key. 1-3 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 34

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Karaa Nama Amansiisuun Dubbachuu Itti Dandeenyu—Kutaa 1. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 251 hanga fuula 253 keeyyata 2⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Qabxiiwwan dhihaatan keessaa tokko ykn lama gabaabaatti hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Yaadawwan Jiʼa Adoolessaatti Barruulee Raabsuuf Gargaaran. Mareedhaan kan dhihaatu. Matadureewwan lama ykn sadii filachuudhaan sekoondii 30 hanga 60 gidduutti erga ibsitee booda, matadureewwan kun naannoo tajaajilaa keenyaaf barbaachisoo kan taʼan maaliif akka taʼe dubbadhu. Achiis, matadureewwan qola Masaraa Eegumsaa jalatti baʼanitti fayyadamuudhaan, dhaggeeffattoonni gaaffii fedhii namaa kakaasu akkamii gaafachuufi caqasa kam dubbisuu akka yaadan akka dubbatan afeeri. Matadureewwan qola Dammaqaa! jala jiranii wajjin haala wal qabateenis akkasuma erga gootee booda, yoo yeroon si gaʼe barruulee lamaan keessaa isa tokkorraa mataduree kan biraa tokkorrattis ibsa kenni. Barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 31⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi