LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/12 ful. 3
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2012
Tajaajila Mootummaa—2012
km 6/12 ful. 3

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Gaaffileen kanaa gadi jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii torban Waxabajjii 25, 2012 jalqabutti kan irratti mariʼatamudha. Qabxiiwwan mareen irratti godhaman hundi guyyaansaanii kan ibsame, torban torbaniin mana barumsichaatiif yommuu qophoofnu qorannoo dabalataa akka goonuufidha.

1. Ermiyaas haala jireenyaaf baayʼee rakkisaa taʼe keessatti lubbuudhaan ooluu dandaʼuunsaa maal nuu mirkaneessa? (Er. 37:21) [Cam. 7, w97-AM 9/15 ful. 3 key. 4–ful. 4 key. 1]

2. Kiristiyaanonni barabaraaf lafarra jiraachuuf abdii qaban, fakkeenya gaarii Ebeed-Melek hordofuu kan dandaʼan karaawwan kamiini? (Er. 38:8-13) [Cam. 7, su-AM ful. 179 key. 9]

3. Seenaan Ebeed-Melek, Yihowaan namoota isaaf amanamoo taʼan akka hin gatne kan argisiisu akkamitti? (Er. 39:​16-18) [Cam. 14, w07 2/1 ful. 17 key. 7]

4. ‘Wanti guddaan’ Baaruk ofiisaatiif barbaade maal taʼuu dandaʼa? Deebii inni gorsa Yihowaatiif kennerraahoo maal baranna? (Er. 45:​5) [Cam. 21, w06-AM 8/15 ful. 18 key. 1; ful. 19 key. 5]

5. Raajiin ‘caamsaan biyya Baabilonirratti akka dhuf​u’ dubbatu kan raawwatame akkamitti? (Er. 50:38) [Cam. 28, dp-AM ful. 150-151 key. 3]

6. Yihudoonni, ajaja Ermiyaas 51:6⁠rra jiru hojiirra kan oolchan akkamitti? Nuhoo kanarraa maal baranna? [Wax. 4, w08 6/15 ful. 8-9 key. 9-11]

7. ‘Ejjenni miillaa​fi’ ‘godoo​n’ Yihowaa maalidha? (Faru. 2:​1, 6) [Wax. 11, w07-AM 6/1 ful. 9 key. 2]

8. Rakkinni guddaan yoo nurra g​aʼeyyuu jabaannee dhaabachuu kan dandeenyu akkamitti? (Faru. 3:​21-26, 28-33) [Wax. 18, w07-AM 6/1 ful. 11 key. 3]

9. Namni tokko umrii dargaggummaatti waanjoo rakkinaa baachuu barachuunsaa kan isa fayyadu maaliifi? (Faru. 3:​27) [Wax. 18, w07-AM 6/1 ful. 11 key. 5; w87-E 2/15 ful. 24 key. 1]

10. Yeroo namoonni fedhii hin argisiisnetti ija jabinaan lallabuuf, fakkeenyi Hisqiʼel kan nu gargaaru akkamitti? (His. 3:8, 9) [Wax. 25, w08 7/15 ful. 8 key. 6-7]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi