LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/12 ful. 3
  • Sagantaa Torban Waxabajjii 25 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Waxabajjii 25 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN WAXABAJJII 25 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 6/12 ful. 3

Sagantaa Torban Waxabajjii 25 Jalqabu

TORBAN WAXABAJJII 25 JALQABU

Faarfannaa 18⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w08 9/15 ful. 12 key. 1–ful. 13 key. 2 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: His. 1-5 (Daq. 10)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 7

Daq.10: Beeksisa. Akkaataa dhiheenyaa fuula 4⁠rra jiru fayyadamuudhaan, hojiin argisiisni Sanbadduraa jalqabaa jiʼa Adoolessaatti akkamitti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuun akka dandaʼamu argisiisu akka dhihaatu godhi.

Daq. 15: Tajaajilarratti Yeroo Keessanitti Akka Gaariitti Fayyadamaa. (Efe. 5:15, 16) Gaaffiiwwan armaan gadiirratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. (1) Yeroowwan kanatti akka gaariitti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti: (a) walgaʼii tajaajila dirree yeroo geggeessinu? (b) yeroo walgaʼiin tajaajilaa dirree xumuramu? (c) namni garee konkolaataa keenya keessa jiru nama fedhii argisiisee wajjin maree godhu yoo dheeresse? (d) deddeebiin gaaffii goonu bakka addaddaa fagootti kan argamu yoo taʼe? (2) Yeroo qusachuun kan dandaʼamu akkamitti: (a) dandaʼamnaan walgaʼii tajaajila dirree dura maatiin keenya nyaata nyaatee akka baʼu gochuudhaan? (b) hundi keenya saʼaatiidhaan walgaʼii tajaajila dirreerratti argamuudhaan? (c) obboleessi geggeessu yeroo ramadu xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffachuufi erga takkaa ramadamnee boodammoo utuu hin barbaachisin nama kan biraa wajjin of ramaduu dhiisuudhaan? (d) hundumtuu gara naannoo tajaajilaa dhaquusaa dura naannoo itti tajaajilu eessa akka taʼe akka beeku gochuudhaan?

Daq. 10: Barreeffama Jiʼa Adoolessaatti Raabsamu. Mareedhaan kan dhihaatu. Barreeffama raabsamu sanarratti ibsa erga kennitee booda, akkamitti akka raabsamu ilaachisee hojiin argisiisni tokko ykn lama akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 29⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi