Sagantaa Torban Hagayya 20 Jalqabu
TORBAN HAGAYYA 20 JALQABU
Faarfannaa 52fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w09 2/15 ful. 10-11, key. 1–7 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: His. 32-34 (Daq. 10)
Lakk. 1: His. 34:15-28 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Bara Dullumaatti Wal Gargaaranii Jiraachuu—fy ful. 163–165, key. 1-9 (Daq. 5)
Lakk. 3: Kadhannaa Gaariin, Jechoota Baayʼisuu Qofa Miti Kan Jennu Maaliifi?—Far. 145:18; Mat. 22:37 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Karaa Nama, ‘Jijjiirama Tirannaattan Amana’ Jedhuuf Deebii Itti Kenninu. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu fuula 126, keeyyata 3 hanga dhuma fuula 128rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni gabaabaan nama, ‘Waaqayyo karaa jijjiirama tirannaatiin nama uume’ jedhuuf, akkamitti deebiin akka kennamu argisiisu akka dhihaatu godhi.
Daq. 10: Wal Jajjabeessaa. (Ibr. 10:25) Kitaaba Waggaa 2012 fuula 108, keeyyata 2; fuula 109, keeyyata 2fi fuula 181, keeyyata 1rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa akkamii akka argatan gaafadhu.
Daq. 10: “Yaada Keessan Eeggadhaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Kan beekamu taanaan guyyaa walgaʼiin aanaa itti godhamu beeksisi.
Faarfannaa 42fi Kadhannaa