Sagantaa Torban Fulbaana 24 Jalqabu
TORBAN FULBAANA 24 JALQABU
Faarfannaa 45fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w09 5/15 ful. 12-13 key. 14-19 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Dan. 1-3 (Daq. 10)
Lakk. 1: Dan. 2:17-30 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Ijoollee Ijoollee Keessanitti Gammadaa, Akkasumas Haala Keessan Umrii Keessanii Wajjin Walsimsiisaa—fy ful. 168-170, key. 14-19 (Daq. 5)
Lakk. 3: Hafuura Qulqulluu Gaddisiisuurraa Of Qusachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?—Efe. 4:30 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 30: “Gaaffii Dargaggootaa—Jireenyakoo Akkamitti Yoon Itti Fayyadame Wayya? (Kutaa 2)” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yaada seensaa daqiiqaa tokkoon barumsa torban darbe Kutaa 1rratti dhihaatee ture irra deebiʼi. Carraaqqii dargaggoonni, yeroo dargaggummaasaaniitti Yihowaa ‘yaadachuuf ’ godhaniif garaadhaa isaan galateeffachuudhaan xumuri. (Lal. 12:1) Murtoo jireenyasaanii, tajaajila Yihowaatiif itti fayyadamuuf godhan eeganii akka itti fufan jajjabeessi.
Faarfannaa 51fi Kadhannaa