Sagantaa Torban Sadaasa 19 Jalqabu
TORBAN SADAASA 19 JALQABU
Faarfannaa 54fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w09 11/15 ful. 9-10 key. 9-17 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Oba. 1–Yon. 4 (Daq. 10)
Lakk. 1: Yon. 2:1-10 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Waaqeffannaan Dhugaa Namoota Haala Addaddaa Qaban Tokko Kan Godhu Akkamitti?—Far. 133:1 (Daq. 5)
Lakk. 3: Sirni Ammaa Kun Erga Badee Booda, Namni Lafarratti Hafu Ni Jiraataa Laata?—rs ful. 240, key. 1-4 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 15: Naannoo Labsitoonni Mootummichaa Caalaatti Barbaachisanitti Tajaajiluun Yihowaa Biraa Eebba Hedduu Namaaf Argamsiisa. Kitaaba Waggaa 2012, fuula 114, keeyyata 1 hanga fuula 116, keeyyata 1; fuula 151, keeyyata 3; fuula 153, keeyyata 1fi 2; fuula 170, keeyyata 1 hanga fuula 171, keeyyata 3rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa maalii akka argatan yaada akka kennan gaafadhu.
Daq. 15: “Of Hin Daangessinaa—Miira Gaʼumsa Hin Qabu Jedhu Moʼuu Dandeessu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Babalʼisaa barumsa dheeraa hin qabne ykn ija laafessa taʼus Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu geggeessaa jiru tokkoof gaafannoo gabaabaa godhi.
Faarfannaa 26fi Kadhannaa