LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/12 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2012
Tajaajila Mootummaa—2012
km 11/12 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Biyya keenyatti jiʼa Caamsaafi Waxabajjiitti Manni Barumsaa Jaarsolii Gumii geggeeffamee ture. Barumsawwan dhihaatan, mirga labsitoota wangeelaafi barsiistota hinaaffaa qaban taʼuudhaan fedha Waaqayyoo raawwachuuf qabnu jabeessanii kan ibsan turan. Kunis, namoota fedhii qaban Macaafa Qulqulluu qayyabsiisuufi deddeebiʼanii gaafachuuf carraaqqii cimaa gochuu kan dabalatudha. Hanga ammaatti manni barumsaa kun al saddeet kan geggeeffame siʼa taʼu, jaarsoliin gara 320 taʼan, jechuunis jaarsolii biyya keenya keessa jiran keessaa gara walakkaa kan taʼan mana barumsaa kanarratti hirmaataniiru. Obboloonni kun barumsa isaaniif kenname baayʼee kan dinqisiifatan siʼa taʼu, barumsi kun hojii gumii keessatti hojjetaniif akka isaan fayyadus hin shakkisiisu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi