LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/12 ful. 1
  • Sagantaa Torban Muddee 10 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Muddee 10 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 10 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 12/12 ful. 1

Sagantaa Torban Muddee 10 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 10 JALQABU

Faarfannaa 32⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w08 4/15 ful. 4-5 key. 9-13 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Sef. 1-3–Hag. 1-2 (Daq. 10)

Lakk. 1: Hag. 1:1-13 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Waaqayyoof Kan Bultaniifi Kan Of Qabdan Taʼaa​—fy ful. 183-184, key. 1-5 (Daq. 5)

Lakk. 3: Yaada Kiristos Baruudhaan Waaʼee Yihowaa Caalaatti Beekuu Dandeenya​—Mat. 11:27 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 16

Daq. 15: Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii 2013. Haasaa ilaaltuu mana barumsichaatiin dhihaatu. Sagantaa 2011 ilaalchisee qabxiiwwan naannoo keessaniif taʼan ibsi. Kutaa isaaniif kenname akka dhiheessan, ijoo dubbisa Macaafa Qulqulluurratti yaada akka kennaniifi yaadawwan kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaarratti kennaman hojiirra oolchuuf carraaqii akka godhan hundasaanii jajjabeessi.

Daq. 15: “Nama Hundumaa Wajjin Nagaatti Jiraadhaa!” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisa gabaabaa kutaa lamaa, tokko nama haasofsiise aare tokko karaa sirrii hin taaneen yeroo deebii kennu tokkommoo karaa sirrii taʼeen yeroo deebiin kennamu argisiisu akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 39⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi