LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/13 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2013
Tajaajila Mootummaa—2013
km 1/13 ful. 4

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman, Amajjiifi Guraandhala: Birooshuroota fuula 32 qabaniifi armaan gaditti argaman raabsuun ni dandaʼama: Dhugumaan Waaqayyo Waaʼee Keenya Ni Yaadaa?, Namni Jaallattan Yeroo Duʼu, ykn Michuu Waaqayyoo Taʼuu Dandeessa. Deddeebii gaaffii yeroo gootan, kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhu ykn caalaatti nama sanaaf barbaachisaa taanaanimmoo birooshuroota Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhaman keessaa isa tokkotti fayyadamaa; akkasumas qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Bitootessaafi Ebla: Barruu Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Deddeebii gaaffii yeroo gootan, kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhamu ykn akka fedhii namichaatti birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhaman keessaa isa tokkotti fayyadamuudhaan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa.

◼ Matadureen haasaa sabaa Daawwannaa marsaa lammaffaa waggaa tajaajilaa bara 2013⁠rratti daawwataa olaanaa aanaatiin dhihaatu, ‘Misiraachoo Saba, Gosaafi Afaan Dubbatamu Hundumaaf Taʼu’ kan jedhu taʼa.

◼ Barreeffamoonni haaraan armaan gadii waan nu gaʼaniif ajajachuun ni dandaʼama: Amaariffa: “Ana Duukaa Buʼi”; Oromo: Yihowaatti Dhihaadhu; Tigiriffa: Caaffata Qulqullaaʼoo Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Giriikii; Wolaita: Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Danda’u Akkamitti?, Kaayyoo Jireenyaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi