LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/13 ful. 3
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2013
Tajaajila Mootummaa—2013
km 2/13 ful. 3

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Gaaffileen kanaa gadi jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii torban Guraandhala 25, 2013 jalqabutti kan irratti mariʼatamanidha. Qabxiiwwan mareen irratti godhaman hundi guyyaansaanii kan ibsame, torban torbaniin mana barumsichaatiif yommuu qophoofnu qorannoo dabalataa akka goonuufidha.

1. Yesus “warri garaan isaanii gadde” akka gammadan kan dubbate maaliifi? (Mat. 5:​4) [Ama. 7, w09 2/15 ful. 6 key. 6]

2. Yesus bartoonnisaa ‘qoramatti nu hin galchin’ jedhanii akka kadhatan yeroo barsiisu maal jechuusaa ture? (Mat. 6:​13) [Ama. 7, w04-AM 2/1 ful. 16 key. 13]

3. Yesus bartoonnisaa “ilmi namaa hamma dhufutti” mandara Israaʼel hundumaa akka waliin hin geenye kan dubbate maaliifi? (Mat. 10:23) [Ama. 14, w10 9/15 ful. 9 key. 12; w87-E 8/1 ful. 8 key. 6]

4. Wantoonni fakkeenya Yesus waaʼee ija sanaaficaa dubbate lamaan argisiisan maalfaʼi? (Mat. 13:​31, 32) [Ama. 21, w08 7/15 ful. 17-​18 key. 3-8]

5. Yesus “Deebitanii akka mucoolii yoo taʼuu dhaabaattan, mootummaa waaqaatti matumaa hin galtan” yeroo jedhu maal barsiisuu barbaadee ture? (Mat. 18:​3) [Ama. 28, w07-AM 2/1 ful. 9-​10 key. 3-4]

6. Yesus “Atumtuu jette kaa” jedhee dubbachuunsaa hiika maalii qaba? (Mat. 26:​63, 64) [Gur. 11, w11-AM 6/1 ful. 18]

7. Yesus “Sanbata irratti iyyuu gooftaa dha” kan jedhame maaliifi? (Mar. 2:​28) [Gur. 18, w08 2/15 ful. 28 key. 7]

8. Yesus waaʼee haadhasaafi obbolootasaa ilaalchisee deebii akkasii kan kenne maaliifi? Nuhoo kanarraa barumsa maalii arganna? (Mar. 3:​31-​35) [Gur. 18, w08 2/15 ful. 29 key. 5]

9. Akkuma Maarqos 8:​22-​25⁠rratti ibsame, Yesus nama jaamaa sana irraa jalaan kan isa fayyise maaliifi? Kanarraa barumsa maalii arganna? [Gur. 25, w00-​AM 2/15 ful. 17 key. 7]

10. Akkaataa Yesus, gorsa Phexros Maarqos 8:​32-​34⁠rratti isaaf kenneef deebiserraa barumsa maalii arganna? [Gur. 25, w08 2/15 ful. 29 key. 6]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi