LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/13 ful. 3
  • Sagantaa Guraandhala 25 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Guraandhala 25 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN GURAANDHALA 25 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 2/13 ful. 3

Sagantaa Guraandhala 25 Jalqabu

TORBAN GURAANDHALA 25 JALQABU

Faarfannaa 6⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 2 key. 8-17 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Mar. 5-8 (Daq. 10)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 24

Daq. 5: “Atis Dhaabuu Qabdaa?” Mareedhaan kan dhihaatu.

Daq. 10: Ergaa Lallabuu Qabnu​—‘Waaʼee Yesus Dhugaa Baʼuu.’ Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, mataduree xiqqaa fuula 275 hanga fuula 278⁠rratti hundaaʼee miira hoʼaadhaan dhihaatu.

Daq. 15: Yihowaan Akka Lallabnuuf Humna Nuu Kenna. (Filp. 4:13) Babalʼistoota dhibee fayyaa utuma qabanii tajaajilarratti hinaaffaadhaan hirmaatan lamaaf ykn sadiif gaafannoo godhi. Rakkoowwan akkamii qabu? Yeroo dheeraadhaaf abdii kutatanii akka hin hafneef kan isaan gargaare maalidha? Obboloonni wantoota tokko tokko isaanii hojjechuudhaan kan isaan gargaaran akkamitti? Yeroo hundumaa tajaajilarratti hirmaachuudhaanoo faayidaa akkamii argataniiru?

Faarfannaa 42⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi