LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/13 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2013
Tajaajila Mootummaa—2013
km 2/13 ful. 4

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman, Guraandhala: Birooshuroota fuula 32 qabaniifi armaan gaditti argaman raabsuun ni dandaʼama: Dhugumaan Waaqayyo Waaʼee Keenya Ni Yaadaa?, Namni Jaallattan Yeroo Duʼu, ykn Michuu Waaqayyoo Taʼuu Dandeessa. Deddeebii gaaffii yeroo gootan, kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhu ykn caalaatti nama sanaaf barbaachisaa yoo taanaanimmoo birooshuroota Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhaman keessaa isa tokkotti fayyadamaa; akkasumas qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Bitootessaafi Ebla: Barruu Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Deddeebii gaaffii yeroo gootan, kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhamu ykn akka fedhii namichaatti birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhaman keessaa isa tokkotti fayyadamuudhaan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa; Caamsaa: Tiraaktota armaan gadii keessaa tokkoonsaa raabsuu dandeessu: Michoonni Keenya Duʼan Abdii Akkamii Qabu?, Rakkinni Hundi Yeroo Dhihootti Ni Bada! Ykn Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa?, Fedhii argisiisnaan kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu ykn birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhaman keessaa isa tokkotti fayyadamuudhaan, akkamitti Macaafa Qulqulluu qayyabachuun akka dandaʼamu itti argisiisuu dandeessu.

◼ Haasaan sabaa Ayyaana Yaadannoo haaraan kan qophaaʼe siʼa taʼu, obboloonni haasaa Ayyaana Yaadannoo 2013 dhiheessan hundi kanatti fayyadamuu qabu. Matadureen haasaa waggaa kanatti dhihaatuu, “Wanta Kiristos Isiniif Godhe Dinqisiifadhaa!” kan jedhu taʼa.

◼ Matadureen haasaa sabaa addaa 2013 tibba Ayyaana Yaadannoo dhihaatu, “Duuti Dhuma Waan Hundumaatii?” kan jedhu taʼa.

◼ Barreeffamoonni haaraan armaan gadii waan nu gaʼaniif ajajachuun ni dandaʼama: Jaramaayaa (Arabiffa), Caaffata Qulqullaaʼoo Guyyaa Guyyaadhaan Qoruu—2013 (afaanota hedduudhaan).

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi