LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/13 ful. 4
  • Sagantaa Torban Bitootessa 4 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 4 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 4 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 2/13 ful. 4

Sagantaa Torban Bitootessa 4 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 4 JALQABU

Faarfannaa 31⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 2 key. 18-24 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Mar. 9-12 (Daq. 10)

Lakk. 1: Mar. 11:19–12:11 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Waaqayyo Hundumarra Ni Caal—lr boq. 8 (Daq. 5)

Lakk. 3: Waaqayyoof Of Murteessuun Gammachuu Kan Argamsiisu Akkamitti?​—HoE. 20:35 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 7

Daq. 10: Yaadawwan Jiʼa Bitootessaatti Barruulee Raabsuuf Gargaaran. Mareedhaan kan dhihaatu. Gaaffiiwwan armaan gadiirratti yaada akka kennan afeeri: Sanbadduraafi Dilbata waraqaa afeerrii yeroo raabsanitti haalli barruulees akka raabsan isaan godhu maal taʼuu dandaʼa? Waraqaa afeerrii raabsuurraa gara barruulee raabsuutti jijjiiruuf maal jechuu dandaʼu? Akkaataan dhiheenyaa gaaffiifi caqasa kan dabalatu taʼuyyuu, akkaataa dhiheenyaa keessan gabaabsuu kan dandeessan akkamitti? Waraqaa afeerrii dabalatee, barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Buukleetii Caaffata Qulqullaaʼoo Guyyaa Guyyaan Qoruu​—2013 Jedhamurraa Faayidaa Argadhaa. Mareedhaan kan dhihaatu. Caqasa waggaa fuula 3-4⁠rratti argamurratti erga mariʼattanii booda, mataduree “Akkaataa Buukleettii Kanatti Itti Fayyadamnu” jedhuufi fuula 5⁠rratti argamurratti mariʼadhaa. Achiis dhaggeeffattoonni caqasa guyyaa dubbisuuf yoom akka murteessaniifi kana gochuusaaniitiin faayidaa argatan akka dubbatan afeeri. Hundumtuu guyyaa hundumaa caqasa guyyaa akka dubbisan jajjabeessuudhaan xumuri.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Faarfannaa 20⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi