LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/13 ful. 2
  • Sagantaa Torban Bitootessa 18 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 18 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 18 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 3/13 ful. 2

Sagantaa Torban Bitootessa 18 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 18 JALQABU

Faarfannaa 6⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 3 key. 8-14 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Luq. 1-3 (Daq. 10)

Lakk. 1: Luq. 1:24-45 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Gargaarsa Ergamoota Waaqayyoorraa Argamu​—lr boq. 11 (Daq. 5)

Lakk. 3: Yesus Kadhannaa Akka Dhiheessinu Nu Barsiiseera​—lr boq. 12 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 21

Daq. 12: “Miira Hoʼaadhaan Isaan Simadhaa!” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni lama akka dhihaatu godhi; isa jalqabaarratti babalʼisaan tokko dursa fudhatee keessummoota miira hoʼaadhaan yeroo simatu kan argisiisu, isa lammaffaarrattimmoo sagantichi erga xumuramee booda fedhii nama sanaa guddisuudhaan maree dabalataatiif akkamitti malaan qophii akka godhu kan argisiisu haataʼu.

Daq. 18: “Birooshura Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi? Jedhamutti Fayyadamuu Kan Dandeenyu Akkamitti?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Babalʼisaan tokko hojiin argisiisa daqiiqaa torbaaf nama Macaafa Qulqulluu qayyabsiisuu wajjin barumsa tokkorratti yeroo mariʼatan argisiisu akka dhiheessu godhi.

Faarfannaa 20⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi