LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/13 ful. 6
  • Sagantaa Torban Bitootessa 25 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 25 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 25 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 3/13 ful. 6

Sagantaa Torban Bitootessa 25 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 25 JALQABU

Faarfannaa 39⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabanna Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 3 key. 15-21 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Luq. 4-6 (Daq. 10)

Lakk. 1: Luq. 4:22-39 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Namoota Duuka Buutota Yesus Turan​—lr boq. 13 (Daq. 5)

Lakk. 3: Yesus Duʼaa Kaʼuusaatiif Ragaa Maaliitu Jira?​—1 Qor. 15:​3-7 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 12

Daq. 5: Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuu. Akkaataa dhiheenyaa fuula 10⁠rra jirutti fayyadamuudhaan, Sanbadduraa jalqabaa jiʼa Eblaatti hojiin argisiisni akkamitti qayyabannaa jalqabsiisuun akka dandaʼamu argisiisu akka dhihaatu godhi. Hundisaanii akka irratti hirmaatan jajjabeessi.

Daq. 25: “Birooshura Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! Jedhamutti Fayyadamuu Kan Dandeenyu Akkamitti?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 6⁠rratti yeroo mariʼattan hojiin argisiisni lama akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 17⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi