Sagantaa Torban Ebla 22 Jalqabu
TORBAN EBLA 22 JALQABU
Faarfannaa 26fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 5, key.1-8 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Luq. 18-21 (Daq. 10)
Lakk. 1: Luq. 18:18-34 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Gammachuu Argachuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?—lr boq. 17 (Daq. 5)
Lakk. 3: Garraamummaan Maalidha? Kan Isa Barbaannu Akkamitti? Barbaachisaa Kan Taʼehoo Maaliifi?—Sef. 2:2, 3 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: “Dhaggeeffadhaa, Akkasumas Baradhaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Daq. 10: “Amala Waaqayyoof Ulfina Fidu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Daq. 10: Arraba Keenya To’achuu Kan Qabnu Maaliifi? Haasaa kitaaba Jaalala Waaqayyoo, boqonnaa 12, keeyyata 4-7, 11fi 12rratti hundaaʼee dhihaatu.
Faarfannaa 53fi Kadhannaa