LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/13 ful. 7
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2013
Tajaajila Mootummaa—2013
km 4/13 ful. 7

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Gaaffileen kanaa gadi jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii torban Ebla 29, 2013 jalqabutti kan irratti mariʼatamudha. Mana barumsaa kanaaf torban torbaniin qophaaʼuuf akka gargaarutti, guyyaan barumsichi itti fudhatamu caqasameera.

1. Yesus, ga​aʼela ilaalchisee Maarqos 10:​6-9⁠rratti yaadachiisa cimaa akkamii kenneera? [Bit. 4, w08 2/15 ful. 30 key. 8]

2. Lubbuu guutuudhaan Yihowaa tajaajiluu jechuun maal jechuudha? (Mar. 12:30, hiika bara 1899) [Bit. 4, w97-AM 10/15 ful. 13 key. 4]

3. Wantoonni Maarqos 13:8⁠rratti “jalqaba ciniinsuu” jedhaman maal argisiisu? [Bit. 11, w08 3/15 ful. 12 key. 2]

4. Luqaas yeroo Wangeelasaa barreessetti ragaawwan barreeffamaan argaman akkamii ilaalee ture? (Luq. 1:3) [Bit. 18, w09 3/15 ful. 32 key. 4]

5. Seexanni amanamummaa keenya qoruuf “yeroo mija​aʼaa” kan barbaadu t​aʼuusaa beekuun keenya maal gochuuf nu kakaasuu qaba? (Luq. 4:​13, NW) [Bit. 25, w11 1/15 ful. 23 key. 10]

6. Yaada Luqaas 6:​27, 28⁠rratti argamu hojiirra oolchuu kan dandeenyu akkamitti? [Bit. 25, w08 5/15 ful. 8 key. 4]

7. Yesus aarsa furii t​aʼee utuu hin d​uʼin dura dubartii tokkoof dhiifama gochuu kan dand​aʼe akkamitti? (Luq. 7:​37, 48) [Ebl. 1, w10 8/15 ful. 6-7]

8. Duuka buutonni Kiristos firootasaanii ‘kan jibban’ akkamitti? (Luq. 14:26, hiika bara 1899) [Ebl. 15, w08 3/15 ful. 32 key. 1; w92-AM 7/15 ful. 9 key. 3-5]

9. ‘Milikkinni biiftuu, j​iʼaafi, urjootarratti’ mu​​lʼachuunsaa ilmaan namootaarratti dhiibbaa akkamii geessisa? (Luq. 21:25) [Ebl. 22, w97-AM 4/1 ful. 15 key. 8-9]

10. Keessumaa rakkinni cimaan yeroo nu mudatu, kadhannaa ilaalchisee fakkeenya Yesus hordofuu kan dandeenyu akkamitti? (Luq. 22:44) [Ebl. 29, w07-AM 8/1 ful. 6 key. 2]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi